Afan OromoNewsSocial
Ibsa Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa
Badhaasni Artiist Andu'aalam Gosaaf kenname haqame.
Boordiin Daayireektarootaa Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa badhaasni Artist Andu’aalem Gosaaf kenname haqamuu beeksise.
Boordiin Faawudeeshinichaa dhimma badhaasa Artiist Andu’aalam Gosaatiin wal qabatee ibsa baaseera.







