World
-

OMN: Waraanni US-Israa'el fi Iraan waliigalteen dhaabbate
Gurraandhala 28 bara 2026 waraanni ijibbaachisaan Ameerikaa fi Israa’el Iraan irratti banan baha giddugaleessaa fi guutuu addunyaa kallattii fi al-kallattiin…
Read More » -

OMN: Waraana US-Israa'el fi Iraan haleellaa misaa'elaan dabaalame
Waraanni Ameerikaa fi Israa’el waliin ta’uun Iraan irratti banan haleellaa meeshaalee waraanaa gurguddaan deeggaramee itti fufee jira. Iraan hoogganaa ishee…
Read More » -

Yaalii fonqolcha mootummaa fashalsuu hima mootummaan Maalii
Shakkii fonqolcha mootummaa karoorsan jedhuun Maalii keessatti loltoonni mootummaa hedduun to’ataman. Akka Aljazeeran gabaasetti aangawoonni maalii sababa kanaan garee loltootaa…
Read More » -

Humnoota Kaabaa fi Mooraa Oromoo
ABUT gareen Dabratsiyoon Gabramikaa’eelii fi hooggantoonni waraanaa Tigraay akeeka humnoota garaagaraa ofwaliin hiriirsanii mootummaa Eertiraatiin deeggaramanii aangoo federaalaa deebisanii qabachuu…
Read More » -

Ertiraan Itoophiyaa Tasgabbii dhoowwaa jirti. Gabaasa
Dhaabbanni mit-mootummaa Ameerikaa dhimma mirga namoomaa hordoofuu The Sentry jedhamu “Mootummaan Ertiraa Waraana isaa cimsaa Itoophiyaan akka hin tasgabooyne taasisaa…
Read More » -

Itoophiyaan Taanzaaniyaaf Tajaajila Elektirikii dhiyeessite.
Itoophiyaan yeroo jalqabaatiif Taanzaaniyaaf tajaajila elektrikii dhiyeessuu eegalte. Tajaajilli elektirikii kun networkii tamsaasa elektirikii Keeniyaa fayyadamuudhaan Taanzaaniyaa dhaqqaba. Pirojektiin yaalii…
Read More » -

Ameerikaa Kaballaan diimeessine Ayaatolah Ali Kaameni
Hogganaan olaanaa Iraan Ayaatolaah Alii Kaameniin Iraan Israa’el fi Ameerikaa injifattee jedhan. Ayaatolaah Kaameeniin barreeffama X irratti barreessaniin baga gammaddan…
Read More » -

Waldorgommiin meeshaa waraanaa niwukilarii addunyaa garam geessa?
Gabbisni Yuuraaniyeemii fi hidhannoon Niwukilaraa wantoota muddama baha giddugaleessaa hammeessanii fi biyyoota addunyaa Niwuukilaaraa hidhatanii fi hin hidhanne jedhamee bakka…
Read More » -

Raafama Siyaasaa fi Waraanaa Baha Giddugaleessa
Raafamni siyaasaa fi waraanaa baha giddugaleessaa keessatti yeroo garagaraatti adeemsifamuu gaaga’ama qabeenyaa fi lubbuu namaa danuu hordofsiise jira. Naannoon kun…
Read More » -

Waraana Iran fi Israa'el
Iraan misaa’ela ‘haypersonikii’ Fattaah-1 jedhamu Israa’el magaalaa Tel Aviivitti furguggeessuu himte. Eegdoti Warraaqsaa Iraan (IRGC) akka jedhanitti, misaa’elli kuni kiibxata…
Read More »