News
-

Humnoota Kaabaa fi Mooraa Oromoo
ABUT gareen Dabratsiyoon Gabramikaa’eelii fi hooggantoonni waraanaa Tigraay akeeka humnoota garaagaraa ofwaliin hiriirsanii mootummaa Eertiraatiin deeggaramanii aangoo federaalaa deebisanii qabachuu…
Read More » -

Itoophiyaan Ertiraa, ABUT fi Hidhattoota kaan himatte
Mootummaan Itoophiyaa Ertiraa, Adda Bilisummaa Uummataa Tigraay fi gareewwan hidhatan biroo haleellaa raawwachuuf karoorfachuu himate. Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Geediyoon…
Read More » -

Jila olaanaa UN fi KFO'n dhimma filannoo mariyatan.
Jilli olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN) haala Filannoo Waliigalaa Itoophiyaa 7ffaa bara 2026tti geggeeffamu ilaalchisee torban kana hogganoota Koongiresii Federaalawaa…
Read More » -

Miidiyaan Hidhannoo Jabanaa Murteessaadha hayyoota
Miidiyaan dugugguruu fi dhuka qabsoo Oromooti jedhan hayyoonni OMN irratti marii taasisaan. OMN qophii Dirree Waloo irratti marii kan taasisan…
Read More » -

Ertiraan Itoophiyaa Tasgabbii dhoowwaa jirti. Gabaasa
Dhaabbanni mit-mootummaa Ameerikaa dhimma mirga namoomaa hordoofuu The Sentry jedhamu “Mootummaan Ertiraa Waraana isaa cimsaa Itoophiyaan akka hin tasgabooyne taasisaa…
Read More » -

Itoophiyaan Taanzaaniyaaf Tajaajila Elektirikii dhiyeessite.
Itoophiyaan yeroo jalqabaatiif Taanzaaniyaaf tajaajila elektrikii dhiyeessuu eegalte. Tajaajilli elektirikii kun networkii tamsaasa elektirikii Keeniyaa fayyadamuudhaan Taanzaaniyaa dhaqqaba. Pirojektiin yaalii…
Read More » -

Muddamni Itoophiyaa fi Ertiraa Eenyu fa'a hirmaachise?
Mootummaa federaalaa fi garee Adda Bilisummaa Uummataa Tigraay(ABUT) kan Dabratsiyoon Gabramikaa’eeliin durfamuu fi ajajoota humnoota Tigraayin deeggaramu gidduutti muddamni hammaachuun…
Read More » -

Hayyoonni Itoophiyaa burjaajjii keessa jiru jedha xiinxalli Oromia Today
Hayyootni Itoophiyaa burjaajjii keessa jiru jedha xiinxalli Oromia Today. Hayyoota kanneen gidduu qoqqoodamiinsa, walshakkiitu jira. Fudhatamummaan isaaniis hoonga’eera jedha. Hayyoonni…
Read More » -

Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu
Waxabajjiin 29 Guyyaan Haacaaluu Hundeessaa waggaa 5ffaan sirnoota garagaraatiin yaadatamaa jira. OMN Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu jechuun moggaasuu hordofee bara…
Read More » -

የኢትዮጵያ እና የኤርትራ እርስበርስ መወነጃጀል
ኢትዮጵያ እና ኤርትራ በጠብአጫርነት እርስበርስ እየተወነጃጀሉ ነው። የኢትዮጵያ መንግስት ኤርትራ የኢትዮጵያን ሉዓላዊነት እየጣሰችና ግጭት ለመቀስቀስ እየተንቀሳቀሰች ነው በማለት ለተለያዩ ሀገራት…
Read More »