Sabboo-Gonna
-
Afan Oromo

OMN: Hiriirri Mormii Sarbama daangaa Oromiyaa waamamaa jira.
Sarbama gama hedduun daangaa Oromiyaa irratti raawwatamu mormuun guutuu Oromiyaatti hiriirri jabaan waamamaa jira. Oromoon bakka jiru sarbama daangaa Oromiyaa…
Read More » -
News Analysis

OMN: Xiinxalla; Mootummaa Daangaa Oromiyaa Tiksuu Dadhabe.
Xiinxalla: Harka Mootummaa Furdate Daangaa Oromiyaa Tiksuu hin Dandeenye Yookaahuu Hin Fiine. Birmadummaan daangaa Oromiyaa kallattilee garagaraatiin cabus Caffee Oromiyaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Waamicha Nagaa, Tokkummaa fi Diimookraasii KFOn taasise.
Koreen Giddugaleessaa Kongiransii Federaalawa Oromoo “waamicha tokkummaa, Nagaa fi daandii diimookaraasii” taasise. Koreen Giddugaleessaa KFO yaa’ii guyyoota lamaaf adeemsisaa tureen…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Biltsiginnaa: Ganamuu Sirna Federaalziimii fi Kaayyoo Oromoo
Siyaasaa Itoophiyaa itti dhiyeenyaan kan hordofan Dr. Sulxaan Abdaa Mootummaan Abiy Ahmad sirna federaalizimii fi kaayyoo Oromoo irratti lola banuu…
Read More » -
Afan Oromo

Burjajjii Mooraa qabsoo Oromoo fi gaafii ummataa
Burjajjiin Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti hundee godhate kufaatii siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata Oromoo hordofsiise jedhan kanneen OMN dubbise. Barreessaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Federeeshiinii Diiguu fi Itoophiyaa Lummuxeessu
Qajeelfamni haaraan Federeeshiiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa baase kan Kilaboonni Moggaasa Maqaa Saboota qaban jijjiiruu qabu jedhu duula eenyummaa saboota balleessuti…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Siyaasa Paartii (Dhaabaa) fi Muuxannoo Itoophiyaa
Proofeesar Mararaa Guddinaatiin Dhaamsa Gulaalaa: Proofeesar Mararaa Guddinaa barreeffama seenaa-qabeessa kana kan dhiyeessan qophii walgahii gareen leellisaa sirna dimokiraasii ABUGIDA…
Read More »
