QBO
-
Afan Oromo

OMN: Lubbu Biliqa Baate: Yaadannoo Haacaaluu Hundeessaa Waggaa 6ffaa
Addunyaa kana irratti namoota baay’etu uumama. Garuu kan carroomee Asxaan kabajaa, Galmeen seenaa yaadate, siidaan yaadannoo dhaabbateef, Kan onnee ummata…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Ummanni Oromoo Daandaa Irra Jiru hidhachuu qaba
Uummanni naannawaa daangaa hidhatee fi hidhachiifamee gurmaa’ee qe’ee isaa fi daangaa Oromiyaa akka eegu taasifamuun dhimma akkaan murteessaa ta’uu kutaaleen…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Siyaasaa Faannoo Ajjeechaa Namoota Nagaa Irratti Xiyyeefate
Gartuun Humna Finxaaleessa Faannoo ajjeechaa jumlaa fi yakka waraanaa ummataa nagayaa irratti raawwatu, dhaabbachuun yakkaa raawwateef gaafatamummaan jiraachuu akka qabu…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Oromiyaa nagaa argachuu qabdi
Mootummaa fi qaamoleen hidhatan maraammartoo siyaasaa Lolaan injifannoo argachuu jedhu keessaa bahani mariin furmaata siyaasaa barbaaduu qabuu jedhame. Qooda fudhattoonni…
Read More » -
Uncategorized

Oromiyatti Godinni Gurradhaamolee Somaalee hundeeffame
Mootummaan naannoo Somaalee lafa Oromiyaa humnaan qabate irratti godina haaraa Gurradhaamolee naannoo Somaalee hundeessee har’a Onkoloolessa 11 bara 2025 magaalaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Xiinxalla Mootummaan Faannoo Maalif Wallaggatti Hidhachiise?
Haleellaan godinaalee Oromiyaa naannoo Amaaraatiin wal daangeessan irratti baname haleellaa jijjiirama demoogiraafii ummataa, hawaasummaa fi siyaas-diinagdee naannicha keessatti fidaa akka…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -
Afan Oromo

Burjajjii Mooraa qabsoo Oromoo fi gaafii ummataa
Burjajjiin Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti hundee godhate kufaatii siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata Oromoo hordofsiise jedhan kanneen OMN dubbise. Barreessaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Siyaasa Paartii (Dhaabaa) fi Muuxannoo Itoophiyaa
Proofeesar Mararaa Guddinaatiin Dhaamsa Gulaalaa: Proofeesar Mararaa Guddinaa barreeffama seenaa-qabeessa kana kan dhiyeessan qophii walgahii gareen leellisaa sirna dimokiraasii ABUGIDA…
Read More » -
Afan Oromo

Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa
Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa Itoophiyaan sirna Biltsiginnaatin bulaa jirtu golga ijaarsa biyyaa jalatti fakkoomii eenyummaa sabootaa, duudhaa, aadaa, Afaanii…
Read More »