Oromomusic
-
Afan Oromo

OMN: Dr. Aliimaa Jibriil waa'ee rakkoo nageenyaa Wallaggaa Maal jedhu?
Barsiiftuun Yuuniivarsiitii Wallaggaa Dr. Alimaa Jibriil “ummanni nageenya hawwee waraanni ni gahaa haa dhaabbatu” jechuun qaamolee waaranicha keessatti qooda fudhataniif…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Xiinxalla Irreechaa fi Sabboonummaa Oromoo
Irreechi Jarmiyaalee sirna Gadaa jalatti daandii Oromoon bakka tokkotti ba’ee duudhaa, safuu fi aadaa isaa ittiin calaqqisiisudha. Ummanni Oromoo…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Xiinxalla Mootummaan Faannoo Maalif Wallaggatti Hidhachiise?
Haleellaan godinaalee Oromiyaa naannoo Amaaraatiin wal daangeessan irratti baname haleellaa jijjiirama demoogiraafii ummataa, hawaasummaa fi siyaas-diinagdee naannicha keessatti fidaa akka…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Waamicha Nagaa, Tokkummaa fi Diimookraasii KFOn taasise.
Koreen Giddugaleessaa Kongiransii Federaalawa Oromoo “waamicha tokkummaa, Nagaa fi daandii diimookaraasii” taasise. Koreen Giddugaleessaa KFO yaa’ii guyyoota lamaaf adeemsisaa tureen…
Read More »