OMN
-
Afan Oromo

Miidiyaan Hidhannoo Jabanaa Murteessaadha hayyoota
Miidiyaan dugugguruu fi dhuka qabsoo Oromooti jedhan hayyoonni OMN irratti marii taasisaan. OMN qophii Dirree Waloo irratti marii kan taasisan…
Read More » -
Afan Oromo

Hayyoonni Itoophiyaa burjaajjii keessa jiru jedha xiinxalli Oromia Today
Hayyootni Itoophiyaa burjaajjii keessa jiru jedha xiinxalli Oromia Today. Hayyoota kanneen gidduu qoqqoodamiinsa, walshakkiitu jira. Fudhatamummaan isaaniis hoonga’eera jedha. Hayyoonni…
Read More » -
Afan Oromo

Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu
Waxabajjiin 29 Guyyaan Haacaaluu Hundeessaa waggaa 5ffaan sirnoota garagaraatiin yaadatamaa jira. OMN Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu jechuun moggaasuu hordofee bara…
Read More » -
Afan Oromo

Art. Haacaaluu Ija Weellistootaatiin
Art. Haacaaluu Hundeessaa dhabanii haqa isaas dhabuun lama cabuudha jedhan weellistootaa fi kutaaleen hawaasaa garagaraa Torbee yaadannoo ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa…
Read More »