Odaa Nabee
-
News Analysis

OMN: Xiinxalla; Mootummaa Daangaa Oromiyaa Tiksuu Dadhabe.
Xiinxalla: Harka Mootummaa Furdate Daangaa Oromiyaa Tiksuu hin Dandeenye Yookaahuu Hin Fiine. Birmadummaan daangaa Oromiyaa kallattilee garagaraatiin cabus Caffee Oromiyaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Waamicha Nagaa, Tokkummaa fi Diimookraasii KFOn taasise.
Koreen Giddugaleessaa Kongiransii Federaalawa Oromoo “waamicha tokkummaa, Nagaa fi daandii diimookaraasii” taasise. Koreen Giddugaleessaa KFO yaa’ii guyyoota lamaaf adeemsisaa tureen…
Read More » -
Afan Oromo

Burjajjii Mooraa qabsoo Oromoo fi gaafii ummataa
Burjajjiin Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti hundee godhate kufaatii siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata Oromoo hordofsiise jedhan kanneen OMN dubbise. Barreessaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Federeeshiinii Diiguu fi Itoophiyaa Lummuxeessu
Qajeelfamni haaraan Federeeshiiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa baase kan Kilaboonni Moggaasa Maqaa Saboota qaban jijjiiruu qabu jedhu duula eenyummaa saboota balleessuti…
Read More » -
Afan Oromo

Caffee Tumaa - Update
Gadaan Tuulamaa ardaa jilaa Caffee Tumaatti seera dhangalaasuufi tumuu guyyaa lammaffaaf itti fufeera. Kan baallii fudhatuuf waggaan tokko hafu Muudanni…
Read More »