KFO
-
News Analysis

OMN: Xiinxalla; Mootummaa Daangaa Oromiyaa Tiksuu Dadhabe.
Xiinxalla: Harka Mootummaa Furdate Daangaa Oromiyaa Tiksuu hin Dandeenye Yookaahuu Hin Fiine. Birmadummaan daangaa Oromiyaa kallattilee garagaraatiin cabus Caffee Oromiyaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Waamicha Nagaa, Tokkummaa fi Diimookraasii KFOn taasise.
Koreen Giddugaleessaa Kongiransii Federaalawa Oromoo “waamicha tokkummaa, Nagaa fi daandii diimookaraasii” taasise. Koreen Giddugaleessaa KFO yaa’ii guyyoota lamaaf adeemsisaa tureen…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Biltsiginnaa: Ganamuu Sirna Federaalziimii fi Kaayyoo Oromoo
Siyaasaa Itoophiyaa itti dhiyeenyaan kan hordofan Dr. Sulxaan Abdaa Mootummaan Abiy Ahmad sirna federaalizimii fi kaayyoo Oromoo irratti lola banuu…
Read More » -
Afan Oromo

Burjajjii Mooraa qabsoo Oromoo fi gaafii ummataa
Burjajjiin Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti hundee godhate kufaatii siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata Oromoo hordofsiise jedhan kanneen OMN dubbise. Barreessaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Siyaasa Paartii (Dhaabaa) fi Muuxannoo Itoophiyaa
Proofeesar Mararaa Guddinaatiin Dhaamsa Gulaalaa: Proofeesar Mararaa Guddinaa barreeffama seenaa-qabeessa kana kan dhiyeessan qophii walgahii gareen leellisaa sirna dimokiraasii ABUGIDA…
Read More » -
Afan Oromo

Mooraan Siyaasaa Oromoo Burjaajjii keessaa bahu qaba.
Uummanni Oromoo mooraa siyaasaa ofii jabeeffachuun dhimma akkaan murteessaa ta’uu kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan. Mooraan siyaasaa Oromoo humna…
Read More » -
Afan Oromo

Biiroo Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Afaan Oromoo du'aa jira. Hayyoota
Caasaa mootummaa naannoo Oromiyaa keessatti Afaan Oromoo du’aa jira jedhu hayyoonni. Afaanichi caasaa mootummaa naannoo Oromiyaa keessatti afaan biraan bakka…
Read More » -
Afan Oromo

Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa
Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa Itoophiyaan sirna Biltsiginnaatin bulaa jirtu golga ijaarsa biyyaa jalatti fakkoomii eenyummaa sabootaa, duudhaa, aadaa, Afaanii…
Read More » -
Afan Oromo

Dubbii Afaan Oromoo Afaan Hojii Federaalaa Gochuu Waadaatti Hafe.
Dubbii Afaan Oromoo Afaan Hojii Federaalaa Gochuu Waadaatti Hafe Dhimmoota ijoo uummanni Oromoo barootaaf qabsaa’oo hadhaawaa taasisee keessaa tokko dhimma…
Read More »