Itoophiyaa
-
Afan Oromo

OMN: Waraanni US-Israa'el fi Iraan waliigalteen dhaabbate
Gurraandhala 28 bara 2026 waraanni ijibbaachisaan Ameerikaa fi Israa’el Iraan irratti banan baha giddugaleessaa fi guutuu addunyaa kallattii fi al-kallattiin…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Waraanni Oromiyaa keessaa midhaa siyaas-diinagdee, hawaasummaa fi namoomaa dhaqqabsiisaa jira.
Waraanni Oromiyaa keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jiru miidhaa siyaasaa, hawaasummaa, diinagdee fi namoomaa dhaqqabsiisuu fi…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Dhimmi lafaa dhimma egeree uummata Oromoo murteessuudha.
Uummanni Oromoo lafa isaa tikfachuuf xiyyeeffannaa olaanaa kennuu akka qabu hayyoonni himan. Dhimmi lafaa dhimma egeree uummata Oromoo murteessu akka…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Daangaa Oromiyaa irratti Biltsiginnaa fi OPDO
Dhimma dantaa uummata Oromoo waliin walqabatee OPDOn kaleessaa Biltsiginnaan Oromiyaa har’aa OPDO kaleessaa irraa fagoo hin jirtu jedhan hayyoonni yaada…
Read More » -
Afan Oromo

Oromoo Jigjigaa irraa fageessuu qabna ; karooraa mootummaa Somaalee
Hidhattoonni naannoo Somaalee haleellaa kaleessa (Jimaata) ganama subii kaasee aanaa Cinaaksan irratti bananiin nama tokko yoo ajjeesan lama immoo madeessuu…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Dr. Aliimaa Jibriil waa'ee rakkoo nageenyaa Wallaggaa Maal jedhu?
Barsiiftuun Yuuniivarsiitii Wallaggaa Dr. Alimaa Jibriil “ummanni nageenya hawwee waraanni ni gahaa haa dhaabbatu” jechuun qaamolee waaranicha keessatti qooda fudhataniif…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Siyaasa Paartii (Dhaabaa) fi Muuxannoo Itoophiyaa
Proofeesar Mararaa Guddinaatiin Dhaamsa Gulaalaa: Proofeesar Mararaa Guddinaa barreeffama seenaa-qabeessa kana kan dhiyeessan qophii walgahii gareen leellisaa sirna dimokiraasii ABUGIDA…
Read More »