Hachalu Hundeessa
-
Afan Oromo

OMN: Oromiyaa nagaa argachuu qabdi
Mootummaa fi qaamoleen hidhatan maraammartoo siyaasaa Lolaan injifannoo argachuu jedhu keessaa bahani mariin furmaata siyaasaa barbaaduu qabuu jedhame. Qooda fudhattoonni…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Mootummaan Rakkoo Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa furuu qaba
Rakkoo haleellaa hidhattoota finxaaleyyii Faannoo aanaalee godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa furuuf mootummaan tarkaanfii qindaa’aa fudhachuu akka qabu…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Dr. Aliimaa Jibriil waa'ee rakkoo nageenyaa Wallaggaa Maal jedhu?
Barsiiftuun Yuuniivarsiitii Wallaggaa Dr. Alimaa Jibriil “ummanni nageenya hawwee waraanni ni gahaa haa dhaabbatu” jechuun qaamolee waaranicha keessatti qooda fudhataniif…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -
Afan Oromo

Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu
Waxabajjiin 29 Guyyaan Haacaaluu Hundeessaa waggaa 5ffaan sirnoota garagaraatiin yaadatamaa jira. OMN Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu jechuun moggaasuu hordofee bara…
Read More » -
Afan Oromo

Art. Haacaaluu Ija Weellistootaatiin
Art. Haacaaluu Hundeessaa dhabanii haqa isaas dhabuun lama cabuudha jedhan weellistootaa fi kutaaleen hawaasaa garagaraa Torbee yaadannoo ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa…
Read More » -
Afan Oromo

Art. Haacaaluu Hundeessaa Mallattoo Gootummaati
Artist Haacaaluu Hundeessaa mallattoo gootaa fi Oromummaati jedhan hayyoonni. Artist Haacaaluu Hundeessaa goota bara baraan jiraatu, leegaasii, duudhaa fi seenaan…
Read More »