Foundation Hachalu Hundessa
-
Afan Oromo

OMN: Babal'ifannaan lafaa M/Somaalee Egeree Oromiyaatiif yaaddoodha
Babal’ifannaan lafaa mootummaa naannoo Somaaleetiin Oromiyaa irratti deemaa jiru egeree uummata Oromootiif balaa guddaadha jedhan kanneen OMN’f yaada kennan. Kutaaleen…
Read More » -
Afan Oromo

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -
Afan Oromo

Mootummaan N/Somaalee Akkamitti Aanaa Gurradhaamolee irraa lafa 20km qabate?
Godina Baalee Aanaa Gurradhaamoleetti Mootummaan naannoo Somaalee qubsuma seeraan alaatiin diimoograafii ummataa jijjiiruun lafa qabiyyee Oromiyaa kiiloomeetira 20 ol dhuunfachuun…
Read More » -
Afan Oromo

Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu
Waxabajjiin 29 Guyyaan Haacaaluu Hundeessaa waggaa 5ffaan sirnoota garagaraatiin yaadatamaa jira. OMN Waxabajjii 29 Guyyaa Haacaaluu jechuun moggaasuu hordofee bara…
Read More » -
Afan Oromo

Art. Haacaaluu Ija Weellistootaatiin
Art. Haacaaluu Hundeessaa dhabanii haqa isaas dhabuun lama cabuudha jedhan weellistootaa fi kutaaleen hawaasaa garagaraa Torbee yaadannoo ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa…
Read More » -
Afan Oromo

Art. Haacaaluu Hundeessaa Mallattoo Gootummaati
Artist Haacaaluu Hundeessaa mallattoo gootaa fi Oromummaati jedhan hayyoonni. Artist Haacaaluu Hundeessaa goota bara baraan jiraatu, leegaasii, duudhaa fi seenaan…
Read More » -
Afan Oromo

Yaadannoo Ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa Waggaa 5ffaa Minisootaa
Leegaasii fi kaayyoon wareegama artist Haacaaluu Hundeessaa dhalootaa dhalootatti darbaa jiraataa jedhan dhalattoonni Oromoo Ameerikaa kutaa bulchiinsa Minisootaa jiraatan. Torbee…
Read More »