Social
-

OMN: Haadha Wallee Warraaqsaa fi Qabsoo Oromoo Ilfinesh Qannoo
Haati Sabboonummaa Oromoo fi qabsoo Bilisummaa Oromoo art. Ilfinesh Qannoo du’aan Addunyaa tana irraa boqatte. Falmituu mirga dhala namaa, gootittii…
Read More » -

OMN: Ayyaanonni Barii Irreechaa Kabajamaa jiru.
Ayyaannonni dhufaatii Ayyaana Irreechaa akeekanii fi barii birraa dura kabajaman Goobee fi Shinooyyeen Oromiyaa bakka garagaraatti kabajamaa jiru. Ayyaanota Oromoon…
Read More » -

Taphni Goobee fi Shinooyyee Taphatamaa Jira
Taphni Goobee fi Shinooyyee magaalota Oromiyaa garaagaraatti taphatamaa jira. Taphni Goobee magaalaa Bishooftuutti bifa hawwataa ta’een kaleessarraa eegalee taphatamaa jira. …
Read More » -

Naayiroobii – Finfinnee atoobisiidhaan imalli eegale
Naayiroobii – Finfinnee kallattiin tajaajilli geejjibaa atoobisiin eegale. Tajaajilli kun kan eegalame Dhaabbata tajaajila geejibaa ‘Abisiniyaa Leegzharii Kooch’ jedhamuun…
Read More » -

Gadaan Sikkoo-Mandoo Murtiiwwan garagaraa lallabe.
Gadaan Sikkoo-Mandoo Murtiiwwan garagaraa lallabe. Sirni Yaa’aa fi wal argaa Gadaa Arsii (Sikkoo Mandoo) guyyoota lamaaf Godina Arsii Lixaa Aanaa…
Read More » -

Yaa'ii Gadaa Sikkoo-Mandoo
Yaa’iin Gadaa Sikkoo-Mandoo har’a irraa jalqabee Dhaddacha Guutaa Laangannootti gaggeeffamaa jira. Kora Gadaa Sikkoo-Mandoo Adoolessa 5 hanga 6 bara 2017…
Read More » -
Ibsa Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa
Boordiin Daayireektarootaa Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaa badhaasni Artist Andu’aalem Gosaaf kenname haqamuu beeksise. Boordiin Faawudeeshinichaa dhimma badhaasa Artiist Andu’aalam Gosaatiin wal…
Read More »