Politics
-

Burjajjii Mooraa qabsoo Oromoo fi gaafii ummataa
Burjajjiin Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti hundee godhate kufaatii siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata Oromoo hordofsiise jedhan kanneen OMN dubbise. Barreessaa…
Read More » -

OMN: Federeeshiinii Diiguu fi Itoophiyaa Lummuxeessu
Qajeelfamni haaraan Federeeshiiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa baase kan Kilaboonni Moggaasa Maqaa Saboota qaban jijjiiruu qabu jedhu duula eenyummaa saboota balleessuti…
Read More » -

OMN: Siyaasa Paartii (Dhaabaa) fi Muuxannoo Itoophiyaa
Proofeesar Mararaa Guddinaatiin Dhaamsa Gulaalaa: Proofeesar Mararaa Guddinaa barreeffama seenaa-qabeessa kana kan dhiyeessan qophii walgahii gareen leellisaa sirna dimokiraasii ABUGIDA…
Read More » -

OMN: Kaabaa Itoophiyaatti Sochiin Waraana mul'atu, waliigaltee Pritooriyaa dukkaneesse!
Kaaba Itoophiyaa sosochiin waraanaa mumul’achuu fi darbee darbees walitti bu’iinsi jiraachuun nagaa wayyoo qabdu kan waliigaltee Priitooriyaa booda argamte dukkanneessuu…
Read More » -

Mooraan Siyaasaa Oromoo Burjaajjii keessaa bahu qaba.
Uummanni Oromoo mooraa siyaasaa ofii jabeeffachuun dhimma akkaan murteessaa ta’uu kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan. Mooraan siyaasaa Oromoo humna…
Read More » -

Muddamni mootummaa federaalaa fi humnoota Kaabaa garamitti deemaa jira?
Jilli Mana Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa hoggantoota naannoo Tigraay waliin maryate. Abbootiin amantaa kunneen Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay Leetinaal Jeneraal…
Read More » -

OMN: Hawwii Oromiyaa Diiguu fi Weerara Daangaa
Haleellaan hidhattoota naannoo Somaalee fi humna Finxaaleessa Faannoo Amaaraatiin daangaalee Oromiyaa irratti raawwatamu adeemsa dimoograafii ummata naannichaa jijjiiruu fi Oromiyaa…
Read More » -

OMN: Hidhattoonni Somaalee Oromiyaa irratti haleellaa banan.
Hidhattoonni naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa seenannii haleellaa raawwachuu itti fufan. Godina Boorana Bahaa aanaa Waacillee ganfa Dhakaa Waataatti hidhattoonni kunneen…
Read More » -

Linguistic Injustice in Ethiopia:
By Sultan Abda Neja (PhD) Abstract: Despite being the most widely spoken language in Ethiopia, Afan Oromo remains excluded from…
Read More » -

OMN: Piroojektii buufata Xiyyaaraa Abbuuseeraa fi yaaddoo ummataa
Buufanni xiyyaaraa Abbuuseeraatti ijaaramu dirree qubsuma xiyyaaraa qofa osoo hin taane magaalaa guddaa buufata xiyyaaraa (Airport city ) akka ta’e…
Read More » -

Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa
Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa Itoophiyaan sirna Biltsiginnaatin bulaa jirtu golga ijaarsa biyyaa jalatti fakkoomii eenyummaa sabootaa, duudhaa, aadaa, Afaanii…
Read More »