News
-

OMN: Waamicha Nagaa, Tokkummaa fi Diimookraasii KFOn taasise.
Koreen Giddugaleessaa Kongiransii Federaalawa Oromoo “waamicha tokkummaa, Nagaa fi daandii diimookaraasii” taasise. Koreen Giddugaleessaa KFO yaa’ii guyyoota lamaaf adeemsisaa tureen…
Read More » -

OMN: Haleellaa hidhattoota Somaaleetiin Booranatti namni 3 ajjeefaman.
Hidhattoonni naannoo Somaalee haleellaa tibbana akka haaraatti daangaa Oromiyaa seenanii raawwachuu jalqaban itti fufuun dhagahame. Haaluma kanaan godina Boorana Bahaa…
Read More » -

OMN: Federeshiinii Ispoortii Ameerikaa Kaabaa (OSFNA)
Jila OSFNA baranaa kan yeroo kamii ol hawwataa gochuuf qophii barbaachisu gochaa akka jiru Koreen qophii kanaa hime. Qophiin OSFNA…
Read More » -

OMN: Paartiilee Sabaan qabsaa'an balleessuun Mirga sabootaa haquudha.
Seerri filannoo paartileen siyaasaa eenyummaa sabaa irratti hundaa’uun akka hin hundeeffamne jechuun gaaffiin irratti dhihaate gaafficha fudhatama dhabsiisuun raggaasifame. Warri…
Read More » -

Burjajjii Mooraa qabsoo Oromoo fi gaafii ummataa
Burjajjiin Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti hundee godhate kufaatii siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa ummata Oromoo hordofsiise jedhan kanneen OMN dubbise. Barreessaa…
Read More » -

OMN: Federeeshiinii Diiguu fi Itoophiyaa Lummuxeessu
Qajeelfamni haaraan Federeeshiiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa baase kan Kilaboonni Moggaasa Maqaa Saboota qaban jijjiiruu qabu jedhu duula eenyummaa saboota balleessuti…
Read More » -

OMN: Kaabaa Itoophiyaatti Sochiin Waraana mul'atu, waliigaltee Pritooriyaa dukkaneesse!
Kaaba Itoophiyaa sosochiin waraanaa mumul’achuu fi darbee darbees walitti bu’iinsi jiraachuun nagaa wayyoo qabdu kan waliigaltee Priitooriyaa booda argamte dukkanneessuu…
Read More » -

Mooraan Siyaasaa Oromoo Burjaajjii keessaa bahu qaba.
Uummanni Oromoo mooraa siyaasaa ofii jabeeffachuun dhimma akkaan murteessaa ta’uu kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan. Mooraan siyaasaa Oromoo humna…
Read More » -

Muddamni mootummaa federaalaa fi humnoota Kaabaa garamitti deemaa jira?
Jilli Mana Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa hoggantoota naannoo Tigraay waliin maryate. Abbootiin amantaa kunneen Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay Leetinaal Jeneraal…
Read More » -

OMN: Hawwii Oromiyaa Diiguu fi Weerara Daangaa
Haleellaan hidhattoota naannoo Somaalee fi humna Finxaaleessa Faannoo Amaaraatiin daangaalee Oromiyaa irratti raawwatamu adeemsa dimoograafii ummata naannichaa jijjiiruu fi Oromiyaa…
Read More » -

Biiroo Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Afaan Oromoo du'aa jira. Hayyoota
Caasaa mootummaa naannoo Oromiyaa keessatti Afaan Oromoo du’aa jira jedhu hayyoonni. Afaanichi caasaa mootummaa naannoo Oromiyaa keessatti afaan biraan bakka…
Read More »