News
-

OMN: Daangaan Oromiyaa wareegama kamiinuu Tikfamuu qaba. WMW
Waldaan Madda Walaabuu biyya Masrii sarbama daangaa Oromiyaa mootummaan naannoo Somaalee godinaalee Baalee Booranaa, Harargee bahaa fi lixaa irratti taasisaa…
Read More » -

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -

Mootummaan N/Somaalee Akkamitti Aanaa Gurradhaamolee irraa lafa 20km qabate?
Godina Baalee Aanaa Gurradhaamoleetti Mootummaan naannoo Somaalee qubsuma seeraan alaatiin diimoograafii ummataa jijjiiruun lafa qabiyyee Oromiyaa kiiloomeetira 20 ol dhuunfachuun…
Read More » -

Yaalii fonqolcha mootummaa fashalsuu hima mootummaan Maalii
Shakkii fonqolcha mootummaa karoorsan jedhuun Maalii keessatti loltoonni mootummaa hedduun to’ataman. Akka Aljazeeran gabaasetti aangawoonni maalii sababa kanaan garee loltootaa…
Read More » -

በኢትዮጵያ ብሮድካሲቲንግ ኮርፖሬሽን ውስጥ ግለሰቦች ተደራጅተው ከፍተኛ ምዝበራ እየፈጸሙ ነው!
በኢትዮጵያ ብሮድካሲቲንግ ኮርፖሬሽን ውስጥ ግለሰቦች ተደራጅተው ከፍተኛ ምዝበራና ዘረፋ እየፈፀሙ መሆናቸውን ውስጠአዋቂ ምንጮች ገለፁ። ምንጮች የላኩልን ሰነዶች በደርጅቱ ውስጥ እየተፈፀመ…
Read More » -

Aadde Addisee Gannatii (Haadha Urjii) du’aan boqotan.
Qabsoo Oromoo keessatti maqaa guddaa kan qaban Aadde Addisee Gannatii (Haadha Urjii) du’aan boqotan. Haati Warraa Dr. Taaddasaa Fidoo Eebbaa…
Read More » -

OMN: Furmaanni siyaasaa Itoophiyaa hundi mari'achuudha.
Furmaatni siyaasaa keenyaa mootummaa fi humnoonni siyaasaa hundi taa’anii mari’achuun karoora waloo biyya ceesisuu qopheessuu dha jedhu dura taa’aan KFO…
Read More » -

OMN: Hiriirri Mormii Sarbama daangaa Oromiyaa waamamaa jira.
Sarbama gama hedduun daangaa Oromiyaa irratti raawwatamu mormuun guutuu Oromiyaatti hiriirri jabaan waamamaa jira. Oromoon bakka jiru sarbama daangaa Oromiyaa…
Read More » -

Itoophiyaa biyyoota Afrikaa liqaa guddaa fudhatan keessa tokko
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa 10n sadarkaa olaanaa dhaabbata maallaqaa idil-addunyaa (International Monetary Fund) irraa liqii fudhatan keessaa tokko taa’uu African Business…
Read More »

