News
-

OMN: Dhumaatiin Ummata Wallaggaa Qumaara Siyaasaati.
Uummata godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa irraa haleellaan finxaaleyyii Faannoo akka hin qolamne kan taasise daba siyaasaati jedhan…
Read More » -

OMN: Waraana US-Israa'el fi Iraan haleellaa misaa'elaan dabaalame
Waraanni Ameerikaa fi Israa’el waliin ta’uun Iraan irratti banan haleellaa meeshaalee waraanaa gurguddaan deeggaramee itti fufee jira. Iraan hoogganaa ishee…
Read More » -

OMN: Xiinxalla; Muddama Itoophiyaa fi Ertiraa
Muddamni Itoophiyaa fi Ertiraa jidduu hammaatuun humni waraana biyyoota lamaani gara daangaa sochaafamaa jiraachuu gabaasaaleen mul’isan. Eritiraan bara 1961 hanga…
Read More » -

OMN: Waraanni Oromiyaa keessaa midhaa siyaas-diinagdee, hawaasummaa fi namoomaa dhaqqabsiisaa jira.
Waraanni Oromiyaa keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Itoophiyaa jiddutti adeemsifamaa jiru miidhaa siyaasaa, hawaasummaa, diinagdee fi namoomaa dhaqqabsiisuu fi…
Read More » -

OMN Mootummaa Somaalee Cinaaksan irratti lola bane
Mootummaan naannoo Somaalee lola hamaa uummata Oromoo godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaksan irratti bane. Maddeen OMN’f achii yaada isaanii kennan,…
Read More » -

OMN: Faannoon Aanaa Kiiraamuu qubsuma guddaa taasifate
Karaan guddaan humnoonni finxaaleyyii Faannoo godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa ittiin seenan aanaa Kiiramuu akka ta’e maddeen naannawaa…
Read More » -

OMN: Rakkoo Godinaalee Wallaggaa Iyya Birmannaa Dhabe
Mootummaan Oromiyaa rakkoo humnoota finxaaleyyii Faannootiin uummata irra gahu waaraan furuuf kutannoo hin qabuu jedhan godina Wallagga Bahaatti jiraattonni aanaa…
Read More » -

OMN: Sarbama Mirga Namoomaa Oromiyaa
Oromiyaa keessatti mirgi namoomaa marfamaa fi shororkaa humnoota nageenya mootummaa jala jiraachuu ragaaleen OMN dhaqqaban akeekan. Sarbamni mirga namoomaa Oromiyaa…
Read More » -

OMN: Guyyaan Waraana Bilisummaa Oromoo Amajjii 1 bara 2026 Kabajame.
Guyyaan Waraana Bilisummaa Oromoo Amajjii 1 bara 2026 fi barri haaraan hawaasa Oromoo biratti kabajamaa jira. Warraaqsa bara 1960moota booda…
Read More » -

OMN: Faannoon Maaliif Oromiyaa irratti Waraana Bane?
Jijjiirama siyaasaa Itoophiyaa bara 2018 dura yeroo warraaqsi Qeerroo Oromoo Itoophiyaa raasaa turetti, Naannoo Amaaraa keessatti gareen dargaggootaa warraaqsa uummataa…
Read More » -

OMN: Piroojektii Buufata Xiyyaaraa Aabbuu Seeraa fi Miidhaa isaa
Waldaan Odaa Nabee Idil-addunyaa ijaarsi buufata xiyyaaraa Aabbuu Seeraa yaaddoo fi sodaa cimaa hawaasa Tulaamaa irratti uumee jira jedhe. Waldichi…
Read More »