News Analysis
-

Weerarri daangaa haa dhaabbatu!
Daangaa Oromiyaa tiksuun egeree uummata Oromoof dhimma murteessaa akka ta’e kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan. Lafti uummata tokkoof dhimma…
Read More » -

በኢትዮጵያ ብሮድካሲቲንግ ኮርፖሬሽን ውስጥ ግለሰቦች ተደራጅተው ከፍተኛ ምዝበራ እየፈጸሙ ነው!
በኢትዮጵያ ብሮድካሲቲንግ ኮርፖሬሽን ውስጥ ግለሰቦች ተደራጅተው ከፍተኛ ምዝበራና ዘረፋ እየፈፀሙ መሆናቸውን ውስጠአዋቂ ምንጮች ገለፁ። ምንጮች የላኩልን ሰነዶች በደርጅቱ ውስጥ እየተፈፀመ…
Read More » -

Dabni siyaasaa Tulaa Goofaa, Tulaa Layee fi Moyyaalee irratti hojjatame maali?
Dabni siyaasaa Tulaa Goofaa, Tulaa Layee fi Moyyaalee irratti hojjatame maali? Daangaan Booraana Gantummaa siyaasaa fi weeraraan naannoo Somaalee jala…
Read More » -

OMN: Furmaanni siyaasaa Itoophiyaa hundi mari'achuudha.
Furmaatni siyaasaa keenyaa mootummaa fi humnoonni siyaasaa hundi taa’anii mari’achuun karoora waloo biyya ceesisuu qopheessuu dha jedhu dura taa’aan KFO…
Read More » -

OMN: ሞያሌን የብጥብጥ ማዕከል ማድረግ በፌደራሊዝም ላይ የተሰነዘረ ጥቃት ነው
ሞያሌን የብጥብጥ ማዕከል ማድረግ በፌደራሊዝም ላይ የተሰነዘረ ጥቃት ነው በሱልጣን ቃሲም የሶማሌ ክልል መንግሥት የኦሮሞ ከተማ የሆነችውን ሞያሌን በይፋዊ ካርታው…
Read More » -

OMN: Moyyaaleetti Ibiddaan Taphachuun Daba Federaalizimii Irratti Raawwatame Dha
Moyyaaleetti Ibiddaan Taphachuun Daba Federaalizimii Irratti Raawwatame Dha Sulxaan Qaasimiin Mootummaan Naannoo Somaalee dhiheenya kana tarkaanfii tuffii guddaa agarsiisuun magaalaa…
Read More » -

OMN: Xiinxalla; Daangaa Oromiyaa akkamiin cabaa jira?
Mootummaan daangaa Oromiyaa tiksuuf dhimma qabu waan hin jirreef uummanni Oromoo daangaa isaa tikfachuuf gurmaa’ee socho’uu akka qabu rogeeyyiin miidiyaa…
Read More » -

OMN: Xiinxalla; Waranaa Siyaasaa babal'ifannaa Lafaa Somaalee fi Oromiyaa
Babal’inni mootummaan naannoo Somaalee gara Oromiyaa taasisaa jiru kaayyoo Siyaasaa Oromiyaa cabsuuti jedhan jiraattoonni godinaalee Oromiyaa naannoo Somaaleetin wal daangessan…
Read More » -

OMN: Xiinxalla; Mootummaa Daangaa Oromiyaa Tiksuu Dadhabe.
Xiinxalla: Harka Mootummaa Furdate Daangaa Oromiyaa Tiksuu hin Dandeenye Yookaahuu Hin Fiine. Birmadummaan daangaa Oromiyaa kallattilee garagaraatiin cabus Caffee Oromiyaa…
Read More » -

Itoophiyaa biyyoota Afrikaa liqaa guddaa fudhatan keessa tokko
Itoophiyaan biyyoota Afrikaa 10n sadarkaa olaanaa dhaabbata maallaqaa idil-addunyaa (International Monetary Fund) irraa liqii fudhatan keessaa tokko taa’uu African Business…
Read More » -

OMN: Waamicha Nagaa, Tokkummaa fi Diimookraasii KFOn taasise.
Koreen Giddugaleessaa Kongiransii Federaalawa Oromoo “waamicha tokkummaa, Nagaa fi daandii diimookaraasii” taasise. Koreen Giddugaleessaa KFO yaa’ii guyyoota lamaaf adeemsisaa tureen…
Read More »