Afan Oromo
-

OMN: Hidhattoonni Somaalee Oromiyaa irratti haleellaa banan.
Hidhattoonni naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa seenannii haleellaa raawwachuu itti fufan. Godina Boorana Bahaa aanaa Waacillee ganfa Dhakaa Waataatti hidhattoonni kunneen…
Read More » -

OMN: Piroojektii buufata Xiyyaaraa Abbuuseeraa fi yaaddoo ummataa
Buufanni xiyyaaraa Abbuuseeraatti ijaaramu dirree qubsuma xiyyaaraa qofa osoo hin taane magaalaa guddaa buufata xiyyaaraa (Airport city ) akka ta’e…
Read More » -

OMN: Sa'udin hanga ammaa lammii Itoophiyaa meeqa ajjeefte?
Sa’ud Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa daddabarsa qoricha sammuu namaa hadoochuun murtiin du’aa itti murtaa’e irratti murtii du’aa raawwachuu itti fufte. Murtee…
Read More » -

Seenaa jireenyaa fi Qabsoo Dr Moggaa Firrisaa
Seenaa Gabaabaa Dr Moggaa Firrisaa Hundeessitootaa fi hooggantoota Waldaa Maccaa fi Tuulamaa keessaa tokko kan ta’an Dr. Moggaa Firrisaa du’aan…
Read More » -

Haleellaa aanaa hidhattoonni aanaa Noonnootti geessisaniin lubbuun namoota 14 darbe.
Haleellaa humnootni finxaaleyyiin hidhatan kaleessa godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnoo ganda Qondaalaa iddoo addaa Guddinaa jedhamutti raawwataniin lubbuun namoota…
Read More » -

Lammiilee Itoophiyaa Saa'udiitti ajjeefamaa jiran
Lammiilee Itoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti murtiin du’aa itti murtaa’e irratti murtichi raawwatamaa jiraachuun ibsame. Kaleessa namoonni lama kan duuti itti murtaa’e…
Read More » -

Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa
Eenyummaa Haaraa fi Hiree Sabootaa Itoophiyaan sirna Biltsiginnaatin bulaa jirtu golga ijaarsa biyyaa jalatti fakkoomii eenyummaa sabootaa, duudhaa, aadaa, Afaanii…
Read More » -

Dubbii Afaan Oromoo Afaan Hojii Federaalaa Gochuu Waadaatti Hafe.
Dubbii Afaan Oromoo Afaan Hojii Federaalaa Gochuu Waadaatti Hafe Dhimmoota ijoo uummanni Oromoo barootaaf qabsaa’oo hadhaawaa taasisee keessaa tokko dhimma…
Read More » -

Humnoota Kaabaa fi Mooraa Oromoo
ABUT gareen Dabratsiyoon Gabramikaa’eelii fi hooggantoonni waraanaa Tigraay akeeka humnoota garaagaraa ofwaliin hiriirsanii mootummaa Eertiraatiin deeggaramanii aangoo federaalaa deebisanii qabachuu…
Read More »
