Afan Oromo
-

OMN: Weerara Daangaa Oromiyaatiin diimoograafiin ummataa jijjiiramaa jira.
Haleellaan hidhattoota naannoo Somaalee fi humna Finxaaleessa Faannoo Amaaraatiin daangaalee Oromiyaa irratti raawwatamu adeemsa dimoograafii ummata naannichaa jijjiiruu fi Oromiyaa…
Read More » -

OMN: Ayyaanota barii birraa dura kabajaman!
Ayyaanota Oromoon barii birraa kabajatu keessa Goobee, Shinooyyee, Qunnii buqqifannaa, Gubaa, Daamaraa, Masqalaa fi ayyaanni ijoollee hedduun Oromiyaa keessatti kabajamaa…
Read More » -

OMN: Daangaan Oromiyaa wareegama kamiinuu Tikfamuu qaba. WMW
Waldaan Madda Walaabuu biyya Masrii sarbama daangaa Oromiyaa mootummaan naannoo Somaalee godinaalee Baalee Booranaa, Harargee bahaa fi lixaa irratti taasisaa…
Read More » -

OMN: Mootummaan N/Somaalee Hamma Dhagaa Baabbiilee qabate.
Mootummaan naannoo Somaalee fageenya kiilomeetira heddu qaxxaamuree hanga Dhakaa Baabbilee dhufee uummata qubsiise jedhan aangawoota aanichaa kan turan. Aangawoota aanichaa…
Read More » -

Mootummaan N/Somaalee Akkamitti Aanaa Gurradhaamolee irraa lafa 20km qabate?
Godina Baalee Aanaa Gurradhaamoleetti Mootummaan naannoo Somaalee qubsuma seeraan alaatiin diimoograafii ummataa jijjiiruun lafa qabiyyee Oromiyaa kiiloomeetira 20 ol dhuunfachuun…
Read More » -

Yaalii fonqolcha mootummaa fashalsuu hima mootummaan Maalii
Shakkii fonqolcha mootummaa karoorsan jedhuun Maalii keessatti loltoonni mootummaa hedduun to’ataman. Akka Aljazeeran gabaasetti aangawoonni maalii sababa kanaan garee loltootaa…
Read More » -

“Tarsiimoo Unkuraa (Shock Doctrine)” Akka Tooftaa Bulchiinsaatti
Paartiin Badhaadhinaa “Tarsiimoo Unkuraa (Shock Doctrine)” akka tooftaa bulchiinsaatti fayyadamee bulcha jedha Qorataa fi Xiinxalaan siyaasaa Girmaa Guutamaa. “Tarsiimoon Unkuraa”…
Read More » -

Weerarri daangaa haa dhaabbatu!
Daangaa Oromiyaa tiksuun egeree uummata Oromoof dhimma murteessaa akka ta’e kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan. Lafti uummata tokkoof dhimma…
Read More » -

Aadde Addisee Gannatii (Haadha Urjii) du’aan boqotan.
Qabsoo Oromoo keessatti maqaa guddaa kan qaban Aadde Addisee Gannatii (Haadha Urjii) du’aan boqotan. Haati Warraa Dr. Taaddasaa Fidoo Eebbaa…
Read More »

