Afan Oromo
-

OMN: Dhumaatii Jumlaa Faannoon Noonnootti raawwate
Haleellaa hidhattoonni finxaaleyyii Faannoo godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti raawwataniin kanneen lubbuu dhaban keessa dubartiin guyyaa muraasa dura deesse akka…
Read More » -

OMN: Siyaasaa Faannoo Ajjeechaa Namoota Nagaa Irratti Xiyyeefate
Gartuun Humna Finxaaleessa Faannoo ajjeechaa jumlaa fi yakka waraanaa ummataa nagayaa irratti raawwatu, dhaabbachuun yakkaa raawwateef gaafatamummaan jiraachuu akka qabu…
Read More » -

OMN: Oromiyaa nagaa argachuu qabdi
Mootummaa fi qaamoleen hidhatan maraammartoo siyaasaa Lolaan injifannoo argachuu jedhu keessaa bahani mariin furmaata siyaasaa barbaaduu qabuu jedhame. Qooda fudhattoonni…
Read More » -

OMN: Babal'ifannaan lafaa M/Somaalee Egeree Oromiyaatiif yaaddoodha
Babal’ifannaan lafaa mootummaa naannoo Somaaleetiin Oromiyaa irratti deemaa jiru egeree uummata Oromootiif balaa guddaadha jedhan kanneen OMN’f yaada kennan. Kutaaleen…
Read More » -

OMN: Mootummaan Rakkoo Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa furuu qaba
Rakkoo haleellaa hidhattoota finxaaleyyii Faannoo aanaalee godinaalee Wallagga Bahaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa furuuf mootummaan tarkaanfii qindaa’aa fudhachuu akka qabu…
Read More » -

Oromoo Jigjigaa irraa fageessuu qabna ; karooraa mootummaa Somaalee
Hidhattoonni naannoo Somaalee haleellaa kaleessa (Jimaata) ganama subii kaasee aanaa Cinaaksan irratti bananiin nama tokko yoo ajjeesan lama immoo madeessuu…
Read More » -

Oromiyatti Godinni Gurradhaamolee Somaalee hundeeffame
Mootummaan naannoo Somaalee lafa Oromiyaa humnaan qabate irratti godina haaraa Gurradhaamolee naannoo Somaalee hundeessee har’a Onkoloolessa 11 bara 2025 magaalaa…
Read More » -

OMN: Dr. Aliimaa Jibriil waa'ee rakkoo nageenyaa Wallaggaa Maal jedhu?
Barsiiftuun Yuuniivarsiitii Wallaggaa Dr. Alimaa Jibriil “ummanni nageenya hawwee waraanni ni gahaa haa dhaabbatu” jechuun qaamolee waaranicha keessatti qooda fudhataniif…
Read More » -

Baga Bacaqii Gannaa Baatani Booqa Birraa Geessan
Ergaa Irreechaa Ministira Mummee Itoophiyaa Abiy Ahmad Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad Ayyaana Irreecha Malkaa Bara 2018 ilaalchisuun ergaa baga geessanii…
Read More » -

OMN: Xiinxalla Irreechaa fi Sabboonummaa Oromoo
Irreechi Jarmiyaalee sirna Gadaa jalatti daandii Oromoon bakka tokkotti ba’ee duudhaa, safuu fi aadaa isaa ittiin calaqqisiisudha. Ummanni Oromoo…
Read More » -

OMN: Xiinxalla Mootummaan Faannoo Maalif Wallaggatti Hidhachiise?
Haleellaan godinaalee Oromiyaa naannoo Amaaraatiin wal daangeessan irratti baname haleellaa jijjiirama demoogiraafii ummataa, hawaasummaa fi siyaas-diinagdee naannicha keessatti fidaa akka…
Read More »