Afan Oromo
-

OMN: Rakkoolee Itoophiyaan Daakaa Jirtuu fi Furmaata
Qondaala Olaanaa fi itti Aanaa Barreessaa olaanaa Kongiransii Federaalawaa Oromoo kan ta’an obbo Hamzaa Booranaa “Gufachuun jijjiirama siyaas-diinagdee Itoophiyaa gaaga’ama …
Read More » -

OMN: PROF. Hamdeessaa Tusoo Hayyuu Jabaa Oromooti
Piroofeesar Hamdeessaa Tusoo hayyuu jabaa qabsoo uummata Oromoo keessatti gumaacha olaanaa gumaachan ta’uun ibsame. Hayyuun gameessi kun hanga gumaacha isaanii…
Read More » -

OMN Midiiyaa Dantaa fi Mirga Oromoo Kabachiisuuf hundaa’eedha”
Hayyoonni Oromoo Ameerikaa Kutaa Bulchiinsa Minisootaa sagantaa tumsa OMN irratti argaman, ummata Oromootiif miidiyaa qabaachuun filannoo osoo hin taane dirqamaa…
Read More » -

OMN: Dirree Dhawaan Magaalaa Oromoo fi Haqni Ishee Awwaalameedha!
Haqni uummata Oromoo magaalaa Dirree Dhawaatti barootaaf awwaalame bahee mirkanaa’uu akka qabu gaafatame. Magaalaan Dirree Dhawaa magaalaa dachee Oromiyaa taate…
Read More » -

OMN: Daangaa Oromiyaa irratti Biltsiginnaa fi OPDO
Dhimma dantaa uummata Oromoo waliin walqabatee OPDOn kaleessaa Biltsiginnaan Oromiyaa har’aa OPDO kaleessaa irraa fagoo hin jirtu jedhan hayyoonni yaada…
Read More » -

OMN: Yaadannoo waggaa 5ffaa Ajajni Kaabaa itti rukutame
“Haleellaan ajaja kaabaa irratti waggaa shan har’aa raawwatame godaannisa hamaa biyya keenyaati jedhan” Ajajaa Olaanaan Humnoota Waraanaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal…
Read More » -

OMN: Dirree Dhawaan Seenaanis, Seeraanis, Lafaanis tan Oromooti
Dirree Dhawaan seenaanis seeraanis, himaanis, teessumma lafaatinis, baay’inna ummataatiinis, marfama naannootins tan Oromooti jedhan qaamoleen hawaasaa garagaraa. Tibbana Ministirri muummee…
Read More » -

OMN: Gaartuuleen Siyaasaa Oromoo Tokkoomuu qabu
Tokkummaa dhabuun gartuulee siyaasaa Oromoo diinni gamaa gamasii uummata Oromoo irratti akka roorrisu taasisuu kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan.…
Read More » -

OMN: Ulaa Galaanaa fi Muddama Jiru
Ulaa Galaanaa fi Muddama Jiru Muddamni Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti jabaatee itti fufeera. Kanaan dura aangawoonni Itoophiyaa ulaan galaanaa Itoophiyaaf…
Read More » -

OMN: Seer-dhabdummaa Itoophiyaa keessatti hammatee.
Itoophiyaa keessatti kufaatiin olaantummaa seeraa fi dhabamuun wabii nageenyaa, gochoota seer-dhabdummaa biyyatti keessatti babal’isuun lammiilee biyyatti gatii kafalchiisaa jiraachuu ragaaleen…
Read More » -

OMN: Ummanni Oromoo Daandaa Irra Jiru hidhachuu qaba
Uummanni naannawaa daangaa hidhatee fi hidhachiifamee gurmaa’ee qe’ee isaa fi daangaa Oromiyaa akka eegu taasifamuun dhimma akkaan murteessaa ta’uu kutaaleen…
Read More »