Afan Oromo
-

OMN: Faannoon Maaliif Oromiyaa irratti Waraana Bane?
Jijjiirama siyaasaa Itoophiyaa bara 2018 dura yeroo warraaqsi Qeerroo Oromoo Itoophiyaa raasaa turetti, Naannoo Amaaraa keessatti gareen dargaggootaa warraaqsa uummataa…
Read More » -

OMN: Piroojektii Buufata Xiyyaaraa Aabbuu Seeraa fi Miidhaa isaa
Waldaan Odaa Nabee Idil-addunyaa ijaarsi buufata xiyyaaraa Aabbuu Seeraa yaaddoo fi sodaa cimaa hawaasa Tulaamaa irratti uumee jira jedhe. Waldichi…
Read More » -

OMN: Humni bittaa birrii Itoophiyaa dhibbeentaa 15% gadi bu'uu Biluumbargi gabaase.
Humni bittaa birrii Itoophiyaa dhibbeentaa 15% gadi bu’uu Biluumbargi gabaase. Birriin Itoophiyaa gulantaa humna bittaa isaa akka malee gadi bu’uu…
Read More » -

OMN: Dhimmi lafaa dhimma egeree uummata Oromoo murteessuudha.
Uummanni Oromoo lafa isaa tikfachuuf xiyyeeffannaa olaanaa kennuu akka qabu hayyoonni himan. Dhimmi lafaa dhimma egeree uummata Oromoo murteessu akka…
Read More » -

OMN: Xiinxalla; Kaayyoon Qabsoo Oromoo Oromiyaa Walabaa ijaaruudha.
Hayyoonni siyaasaa kaayyoon qabsoo Oromoo “Oromiyaa Walabaa ijaaruudha jedhan. Hayyoonni OMN wajjiin turtii taasisan Piroofeesar Asaffaa Jaallataa, Tsaggaayee Araarsaa (PHD)…
Read More » -

OMN Ummanni Wallaggaa Faannoon Buqqa'aa jira
Godina Wallagga Bahaatti humnoonni finxaaleyyii Faannoo uummata buqqaasuun jabaatee itti fufuun ibsame. Jiraattonni yaada isaanii OMN’f kennan amma inumaa uummanni…
Read More » -

OMN: Muddama Mootummaa Federaalaa fi ABUT
Muddamni mootummaa federaalaa fi garee Adda Bilisummaa Uummataa Tigraay(ABUT) kan Dabratsiyoon Gabramikaa’eeliin durfamu gidduutti mudate bulchiinsa yeroo Tigraay hudhaa fi…
Read More » -

OMN: Araddoonni Cinaaksan irraa saamaman Aaanonni Somaalee irratti hundaa’an
Godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaksan irraa mootummaan naannoo Somaalee araddaawwan 80 ol weeraraan qabachuun aanaa irratti hundeessaa jiraachuu jiraattoonni OMNtti…
Read More » -

OMN: Haleellaa Aanaa Cinaaksan irratti mootummaan naannoo Somaalee bane
Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksan araddaa Kalmaalee jedhamutti haleellaa humni addaa mootummmaa naannoo Somaalee daangaa cee’u ummata Oromoo irratti baneen…
Read More » -

OMN: Yaadannoo Ajjeechaa Abbootii Gadaa Karrayyuu
Waggaa 4ffaan ajjeechaa Abbootii Gadaa Karrayyuu har’a Muddee 1 bara 2025 akkaataa garagaraatiin yaadatamaa jira. Namoonni ulfoon Oromoo biratti hundaa…
Read More » -

OMN: Waraana Oromiyaa fi Dararama Ummataa
Bulchiinsi Biltsiginnaa erga olaantummaan Itoophiyaa bituu eegalee tooftaalee mormitootaa isaa ittiin dhabamsiisuu fi hidda bulchiinsa ittiin jabeefatu heddutti dhimma bahee…
Read More »