Afan Oromo
-

Ameerikaa Kaballaan diimeessine Ayaatolah Ali Kaameni
Hogganaan olaanaa Iraan Ayaatolaah Alii Kaameniin Iraan Israa’el fi Ameerikaa injifattee jedhan. Ayaatolaah Kaameeniin barreeffama X irratti barreessaniin baga gammaddan…
Read More » -

Art. Haacaaluu Hundeessaa Mallattoo Gootummaati
Artist Haacaaluu Hundeessaa mallattoo gootaa fi Oromummaati jedhan hayyoonni. Artist Haacaaluu Hundeessaa goota bara baraan jiraatu, leegaasii, duudhaa fi seenaan…
Read More » -

Waldorgommiin meeshaa waraanaa niwukilarii addunyaa garam geessa?
Gabbisni Yuuraaniyeemii fi hidhannoon Niwukilaraa wantoota muddama baha giddugaleessaa hammeessanii fi biyyoota addunyaa Niwuukilaaraa hidhatanii fi hin hidhanne jedhamee bakka…
Read More » -

Ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa fi Biyyaa baafamuu OMN
Ajjeefamuu artiistii fi falmaa mirgaa Haacaaluu Hundeessaa hordofee sirni biyya bulchaa jiru kan duraanuu OMN karaa cufu dhabee ture OMN…
Read More » -

Itoophiyaatti dhaabbileen 70 Qajeelfama malee bittaa birrii miliyoona 404 raawwatan.
Itoophiyaatti dhaabbileen federaalaa fi dameewwan isaanii 70 ta’an qajeelfama osoo hin hordofin bittaa birrii miiliyoona 404 ol ta’u raawwachuu isaanii…
Read More » -

Itoophiyaatti sarbamiinsi mirga namomaa bal'aan raawwataamaa jira OSG
Dhaabbanni Mirga Namoomaa irratti hojjatu Oromia Support Group jedhamu Itoophiyaa keessatti sarbamiinsi mirga namomaa bal’aan raawwataamaa jiraachuu ibse. Oromia Support…
Read More » -

Yaadannoo Ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaa Waggaa 5ffaa Minisootaa
Leegaasii fi kaayyoon wareegama artist Haacaaluu Hundeessaa dhalootaa dhalootatti darbaa jiraataa jedhan dhalattoonni Oromoo Ameerikaa kutaa bulchiinsa Minisootaa jiraatan. Torbee…
Read More » -

Haleellaa Iraan buufata waraanaa USA irratti raawwattee fi waliigaltee dhukaasa dhaabuu Doonald Tiraamp
Muddamni Naannawaa Galoo Galaana Peershiyaa Garamitti deemaa jira? Walwaraansi Iraanii fi Israa’eel gidduutti torbanii oliif deemaa ture booda irra Ameerikaas…
Read More » -

Raafama Siyaasaa fi Waraanaa Baha Giddugaleessa
Raafamni siyaasaa fi waraanaa baha giddugaleessaa keessatti yeroo garagaraatti adeemsifamuu gaaga’ama qabeenyaa fi lubbuu namaa danuu hordofsiise jira. Naannoon kun…
Read More » -

Waraana Iran fi Israa'el
Iraan misaa’ela ‘haypersonikii’ Fattaah-1 jedhamu Israa’el magaalaa Tel Aviivitti furguggeessuu himte. Eegdoti Warraaqsaa Iraan (IRGC) akka jedhanitti, misaa’elli kuni kiibxata…
Read More » -

Caffee Tumaa - Update
Gadaan Tuulamaa ardaa jilaa Caffee Tumaatti seera dhangalaasuufi tumuu guyyaa lammaffaaf itti fufeera. Kan baallii fudhatuuf waggaan tokko hafu Muudanni…
Read More »