Afan Oromo
-

OMN: Irreechii milkiif nageenya lallabee, Lolaa fi hammeenya lagata
Ayyaanni Irreechaa bara 2026 sanbataa boruu fi dilbata Onkoloolessa 3 fi 4 hora Finfinnee fi Harsadetti kabajama. Ummanni Oromoo gaanfa…
Read More » -

Hiyyummaan Gufuu Miti: Dargaggoo Meeshaawwan Gataman Irraa Baaletti 'Paradoo' fi 'Tesla' Hojjate.
Hiyyummaan Gufuu Miti: Dargaggoo Meeshaawwan Gataman Irraa ‘Paradoo’ fi ‘Tesla’ Hojjate. Godina Baalee Magaalaa Roobeettii Dargaggoon maqaan isaa Mohaammad Abdulwahaab…
Read More » -

OMN: Finfinneen Naannoo’s, magaalaa ofiin of bulchitus ta’uu hin dandeessu
Ogeessi seeraa Ajjamaa Daadhii tiin Ogeessi seeraa Ajjamaa Daadhii “Magaalaan Finfinnee naannoos ta’ee Magaalaa Ofiin of bulchitu (City-State) ta’uu hin…
Read More » -

Akkaataa heera mootummaa irratti tumameen Finfinneen qaama Oromiyaatii jedhe ogeessi seeraa Ajjamaa Daadhii.
Akkaataa heera mootummaa irratti tumameen Finfinneen qaama Oromiyaatii jedhe ogeessi seeraa Ajjamaa Daadhii. Ogeessi seeraa Ajjamaa Daadhii dhimma magaalaa Finfinnee…
Read More » -

OMN: Hawaasa Federaalawaaf Mootummaa Federaalawaatu mala
Koreen Jiddu Galeessaa Paartii Bilstiginnaa Kiibxata irraa kaasee walgahii magaalaa Adaamaatti taa’een Sirni Federaalizimii akka diiggamu ejjannoo qabatee Marii Biyyaalessaa…
Read More » -

OMN: Lubbu Biliqa Baate: Yaadannoo Haacaaluu Hundeessaa Waggaa 6ffaa
Addunyaa kana irratti namoota baay’etu uumama. Garuu kan carroomee Asxaan kabajaa, Galmeen seenaa yaadate, siidaan yaadannoo dhaabbateef, Kan onnee ummata…
Read More » -

OMN: Arsiin Maal Balleesse? Yaada namootaa.
Bu’aan siyaasaa haadha Oromoo boochisuun argamu akka hin jirre rogeeyyii fi qaamoleen hawaasaa himan. Hayyoonni, namoonni siyaasaa, rogeeyyiin miidiyaa hawaasaa,…
Read More » -

OMN: Xiinxallaa; Jimaan jireenya Ummata Harargeeti!
Saamichi fi haleellaan konkolaattota Jimaa irratti raawwatu beekkamtii mootummaa Itoophiyaatiin raawwatamaa kan jiru ta’u agarsiiftuuwwan mirkaneessan. Mootummaan Itoophiyaa kan paartii…
Read More » -

OMN: Mooraan siyaasaa Oromoo faca'ee jiru uummata Oromootti balaa fiduu mala.
Mooraan siyaasaa Oromoo faca’ee jiru uummata Oromootti balaa kan ammaa caalaa fidaa jiraa jedhan kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa. Gartuuleen…
Read More »

